Dhaabbilee ulaagaa hin guunne irratti ammoo haaluma dambii nageenya balaa lakkoofsa 132/2014tti, adabbiin jalqabaa fudhatamu haaluma dhaabbileetiin kan murtaa'u ta'e, hanga birrii kuma 10 hanga ...
Ministeerri Nageenya Biyya Keessaa Somaaliilaand Abdallee Arab, ibsa kaleessa baaseen, haleellaa poolisiin bane kuni “duguggaa sanyii lammilee nagaa keessumaa tiikfattootarratti xiyyeeffateedha” ...
Naasaan, xiyyaratiin erga fuula soolaarii irraa maayilii miiliyoona 3.8 (kiilomeetira miiliyoona 6.1) fagaatteen booda, ''nageenya'' fi akkuma idileetti hojjechaa jirti jedhe. Xiyyaarri tunis ...
Haa ta’u malee, “sochiin qaamolee nageenya naannoo keenyaa hin barbaanne waliin taasifamu kan bira darbamuu miti” jechuun cimsanii dubbataniiru. Waldhabdee Itoophiyaa fi Somaaliyaa gidduu uumame karaa ...